Browsing Category
Idil Addunyaa
Galmoota misooma waaraa milkeessuuf hawaasni addunyaa carraaqqii isaa dachaan akka dabalu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Galmoota misooma waaraa milkeessuuf hawaasni addunyaa carraaqqii isaa dachaan akka dabalu Dhaabbannii Mootummoota Gamtoomanii gaafate.
Dhaabbanni…
Bidiruun namoota 200 feetee imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Bidiruun namoota 200 feetee gara Ispeenitti imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabamuu ibsameera.
Hojiin barbaachaa itti fufuu…
Fooramiin hojii uumuu Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Fooramiin Hojii Uumuu Afrikaa Finfinnee, galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramichi mata duree “Naannawaa daldala walabaa Ardii…
Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Komishinara Komishinii Gamtaa…
Jijjiiramni qabeenyaa qilleensaa hamaan mudachuu danda’aa-WHO
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jijjiramni qabeenya qilleensaa hamaan Addunyaa irratti mudachuu akka danda’u ibse.
Daayrektarri Olaanaan…
Chaayinaan, Ameerikaan meeshaalee waraanaa Taayiwaanitti akka hingurgurre mormite
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ameerikaan Taayiwaaniif meeshaalee waraanaa gurguruu hinqabdu jechuun Chaayinaan cimsitee mormite.
Baatii Bitootessaa keessa Ameerikaan meeshaalee…
Addunyaarratti ho’inni olaanaan guyyaa kaleessaa galmaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ho’inni olaanaan addunyaa guyyaa kaleessaa galmaa’uun gabaafame.
Odeeffannoon Giddugala Raaga Haala Qilleensaa Biyyaalessaa Ameerika akka mul’isutti,…
Isiraa’eel Westi Baankii Magaalaa Jeniin haleelte
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Isiraa’eel Buufata Baqattootaa Filisxeem Westi Baankii Magaalaa Jeniinitti argamu humna qilleensaan haleeluu beeksiifte.
Biyyattiin magaalaa Jeniin…
Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon daawwannaa Jarmanitti taasiisuuf turan haqan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon rakkoo nageenyaa biyyattii muudate hordofee daawwannaa Jarmanitti taasiisuuf turan haquu beeksisan.…
Keeniyaatti balaa konkolaataa mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du’uu dhaga’ame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Keeniyaatti balaa konkolaataa bakka namoonni heddummatanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du'uu pooliisiin biyyatti beeksise.
Balaan kun kan…