Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaantiin Sooriyaa Bashiir Alasaad daawwannaaf Chaayinaa galan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Sooriyaa Bashiir Alasaad erga biyyattiin waraana keessa galtee booda yeroo jalqabaaf daawwaanaaf gara Chaayinaa imalan.
Sooriyaan erga…
Antooniyoo Guutareez qormaatilee idil addunyaa keessaa ba’uuf dhaabbilee hunda galeeyyif waamicha…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Barreessan Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez qormaatilee idil addunyaa keessaa bahuuf dhaabbilee hunda galeeyyiif waamicha…
IMF Moorookoof Liqii Doolaaraa biiliyoona 1.3 mijeesse
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) balaa kirkira lafaa mudateen walqabatee Moorookoof liqii Doolaara biliyoona 1.3 mijeessuun ibsame.
Hoji Gaggeessaan…
Vilaadmiir Putiin baatii dhufu Pireezidaantii Chaayinaa waliin mari’achuufi
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC )-Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin baatii dhufu Chaayinaatti daawwanaa akka taasiisan eerame.
Barreessaan Mana Maree Nageenya Biyyaleessa…
Raashiyaan waamicha dhukaasa dhaabuu Chaayinaa fudhatte
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Raashiyaan waraana Yuukreen waliin taasisaa jirtu akka dhaabduuf waamicha Chaayinaan taasifte fudhatte.
Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov…
Caccabaan qaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa badee ture argame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Caccabaan Qaaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa F-35 jedhamu badee ture Kaaba Kaaroolaayinaatti argamuu Humni Waraanaa biyyattii beeksise.
Caccaabaan kun…
Balaan Lolaa Liibiyaatti mudate bu’uraalee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Balaan Lolaa tibbana Liibiyaatti mudate bu’uraalee fi dhaabbilee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu Ministeerri Geejjibaa Liibiyaa beeksiseera.…
Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa Kooriyaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa mata duree’ Ga’ee dubartootaa nageenya waaraaf’ jedhuun Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Inchinitti gaggeeffamaa jira.…
Ameerikaan jeettii waraanaa jalaa badde barbaachaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)- Ameerikaan jeetti waranaa F-35 jalaa baddee barbaacha eegaluun gabaafame.
Kaarolaaynaa Kibbaa kan qubatan miseensonni Humna Qilleensaa Ameerikaa ummanni…
Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan Niwuu Yorkitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi dhimma Raashiyaa fi Yuukreen akkasumas…