Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Puutiin guyyaa Afrikaa sababeeffachuun Afrikaanotaaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin guyyaa Afrikaa sababeeffachuun hoggantootaafi uummata Afrikaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Addunyaa Haqaa Qabeessaa fi hirmaachisaa ni ijaarra-Vilaadmiir Puutiin
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Raashiyaan Dhaabbiilee tumsitootaa ishee waliin ta’uun Addunyaa haqaa qabeessaa fi hirmaachisaa akka ijaartuu Pireeziidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin…
Yuukireen haalleellaa raawwattuuf Ameerikaan beekamtii kenniteetti jechuun Raashiyaan qeeqxe
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Yuukireen, Raashiyaa Kireemiyaarratti haleellaa raawwatteef Ameerikaan callisaan ilaaluun beekamtii akka kennitetti lakkaa’ama jechuun Raashiyaan qeeqxe.…
Humnoonni waraanaa Sudaan guyyoota 7 dhukaasa dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) – Humni Waaraanaa fi Humni Addaa Sudaan guyyoota 7f dhukaasa dhaabuuf waliigalaniiru.
Humnoonni Sudaan kunneen mariisisummaa Ameerikaa fi Saa'ud…
Yaa’iin Liigii Arabaa Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Yaa’iin Liigii Arabaa 32ffaan Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaatti eegaluu gabaafame.
Yaa’icharratti Sooriyaan waggoota 12 booda yeroo jalqabaaf ni…
Biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii Raashiyaarra kaa’aan caalmatti cimsuuf mari’ataa jiru
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Raashiyaan tarkaanfii Yuukreenirratti fudhaataa jirtu akka dhaabduuf biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii biyyattiirra kaa’aan caalmatti cimsuuf…
Jeequmsa Sudaniif deebii hatattamaa kennuuf Doolaarri miiliyoona 209 gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhabbanni Godaantota Idil Addunyaa (IOM) jeequmsa Sudaanitti mudateen lammiilee miidhaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisuuf Doolaara miiliyoona 209…
Pireezidaantiin Soomaaliyaa daawwannaa hojiif gara Kuwaartaaritti imalan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa galgala Dohaa galuu ibsameera.
Pireezidaantichi buufata xiyyaaraa…
Kiyeevi Diroonii fi Misaa’elaan haleelamte
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa guddittii Yuukreen Kiyeev haleellaa cimaa Diroonnii fi Misaa’eelaan haleelamuu aanga’oonnii biyyattii beeksisaan.
Haleellichaan yoo xiqqaate…
Pireezidaanti Isaayyaas Afawarqiin Chaayinaatti daawwanaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqiin Chaayinatti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ibsameera.
Pireezidaantichi guyyaa kaleesaa daawwanaa…