Browsing Category
Idil Addunyaa
Walga’iin biyyoota miseensa garee 7 boru eegalu qaala’iinsa gatii fi dhimma Yuukreenirratti ni…
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Walga’iin biyyoota miseensa garee 7 boru Ameerikaatti gaggeeffamu qaala’iinsa gatii fi dhimma Yuukreenirratti ni mari’ata jedhameera.
Waltajjichi Jaappaan…
NATOn shaakala Qindaa’aa humna qilleensaa seenaa isaa keessatti isa guddaa gaggeessuufi
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Kaaba Atilaantik NATOn shaakala Qindaa’aa humna qilleensaa seenaa isaa keessatti isa guddaa ta’e biyyoota miseensa gamtichaatti…
Iraan Saawud Arabiyaatti Embaasii ishee irra deebiin banuuf garee teekinikaa gara Riyaaditti erguufi…
Finfinnee, Eebla 1, 2015(FBC)- Iraan Saawud Arabiyaatti Embaasii ishee irra deebiin banuuf garee teekinikaa turban dhufu gara Riyaaditti erguuf ta’uu beeksiste.
Iraaniifi Saawud Arabiyaan…
Yuukireen NATOtti makamuu hin qabdu jechuun Ameerikaan mormite
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Tattaaffii biyyoonni miseensa NATO Yuukireen miseensa dhaabbatichaa akka taatuuf taasisaan Ameerikaan marmite.
Biyyoonni miseensa dhaabbatichaa…
Pireezidaanti Putiin dureewwan Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaarratti akka hirmaatan afeeran
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin dureewwan biyyoota Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa Seenti Peetisbargitti gaggeeffamurratti akka…
Faransaayii fi Gamtaan Awurooppaa dhimma Waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuufi
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Guyyaa har’aa Faransaayii fi Koomishiniin Gamtaan Awurooppaa dhimma waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuuf gara Chaayinaatti imaluun…
Tiraampi mana murtiitti dhiyaataan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraampi Mana Murtiitti dhiyaachuu himame.
Tiraampi har'a mana murtiitti dhiyaachuu isaanii hordofee…
Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa galaanarraa eegalte
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa waloo galaanarraa eegaluu gabaafame.
Shaakalli loltummaa kun Ameerikaan kan hogganamu…
Gatiin boba’aa idil addunyaa dabaluu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa ergitoota boba’aa(OPEC) hanga boba’aa gabaa idil addunyaaf dhiyeessan hir’isuuf murteessuu beeksisan.
Biyyoonni kunneen guyyaatti…
Tiraampi Pireezidaantii Ameerika jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp Pireezidaantii biyyattii jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’uufi jedhame.
Tiraampi taatoo…