Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaad finciltoonni 400 ol hidhaa cimaa umrii guutuun akka adabaman murteessite
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Chaad finciltoonni 400 ol hidhaa cimaa umrii guutuun akka adabaman murteessuu Abbaan Alangaa biyyattii beeksiseera.
Murtoon kun kan darbe…
Kirkira Lafaa muudateen qabeenyi Doolaara biiliyoona 104tti tilmaamamu barbadaa’uu Turki ibsite
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Kirkira Lafaa Guraandhala 6 biyyattii muudateen qabeenyi Doolaara biiliyoona 104tti tilmaamamu barbadaa’uu Turki beeksifteerti.
Balaa akka kanaa…
Raashiyaa fi Chaayinaan ollaa gaarii fi michuu amanamoodha – Pireezidaanti Shii Jiinpiing
Finfinnee, Bitootessa11, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Chaayinaan ollaa gaarii fi michuu amanamoo ta’uu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing ibsan.
Pireezidaanti Shii Jiinpiing daawwannaa…
Maalaawwiitti Obobboleessa cimaa Rooba makate mudateen lubbuun namoota 447 darbe
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015 (FBC) –Kibba Maalaawwiitti Obobboleessa cimaa Rooba makate mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 447 qaqqabuu ibsame.
Obobboleessi Cimaan guyyaa…
Turkitti balaa lolaa mudateen namoonni 16 yoo du’an hedduun achi buuteen dhabamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Kibba Baha Turkii magaalota lama keessatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 yoo darbu, hedduun achi buuteen dhabamuu gabaafame.
Magaaloota…
Kooriyaan Kaabaa torban keessatti misaa’ela 3ffaa dhukaaste
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa torban tokko keessatti misaa’ela baalaastikii fageenya dheeraa 3ffaa dhukaasuun gabaafame.
Misa’eela amma dabalatee torban tokko…
Afrikaan gibira dhoksuun waggaatti hanga Doolaara Biiliyoona 60 ni dhabdi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Afrikaan sababa gibira dhoksuun waggaa waggaan Doolaa biiliyoona 40 hanga Doolaara Biiliyoona 60 kan dhabdu ta’uu Ittaantuun Hojii Raawwachiistuu…
Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo rukutte jechuun komatte
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo jeettii waraanaan rukutuun Garba Gurraacha keessatti kufiste jechuun komatte.
Ameerikaan jeettiin waraanaa Raashiyaa…
Maalaawiitti Obomboleessi Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu dhaga’ame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Maalaawiitti Obomboleessi cimaan Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu gabaafameera.
Obomboleessi 'Maalaawii Fireedii' jedhamu magaalaa…
Shii Jiinpiing Pireezidaantii Chaayinaa ta’uun irra deebiin filataman
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Shii Jiinpiing Pireezidaantii Rippaabilikaa Uummata Chaayinaa ta’uun irra deebiin filatamuu ibsame.
Shii Jiinpiing biyyattii hogganuu dabalataan Dura…