Browsing Category
Idil Addunyaa
Finciltoota loltoota Waagner adabbii cimaa akka adaban Pireezidaanti Putiin akeekkachiisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin finciltoota loltoota Waagner akka adaban ibsa har’a kennaaniin akeekkachiisan.
Gareen Loltoota Waagner…
Chaayinaan karoora nageenyaa Afrikaan Raashiyaa fi Yuukireeniif dhiyeessite kan deeggartu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Afrikaan Raashiyaa fi Yuukireeniin araarsuuf tattaaffii taasiftu Chaayinaan kan deeggartu ta’uu ibsite.
Dubbii Himtuu Ministeera Dhimma Alaa…
Gamtaan Afrikaa miseensa Gareewwan 20’n (G20) akka ta’u Hindi gaafatte
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Hindi Narandiraa Moodiin Gamtaan Afrikaa Miseensaa biyyoota Gareewwan 20'n (G20) jedhamanii akka ta'uuf xalayaa dureewwaniif…
Waraanni Yukireenii fi Raaashiyaa marii nagaan dhaabbachuu qaba- Siriil Raamaafoosaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Waraanni Yukireenii fi Raashiyaa gidduu dirqama dhaabbachuu qaba jechuun Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Ramaafosaan gita isaanii Raashiyaa…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa 7 ergama nageenyaaf gara Raashiyaa fi Yuukreen imalan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa 7 ergama nageenyaaf gara Raashiyaa fi Yuukreen imaluu ibsame.
Hoggantoonni kunneen gara Raashiyaa osoo hin imalin dura…
Bidiruun Galaanaa Meediteeriyaanii keessatti dhidhimte lubbuu namoota hedduu galaafachuu hin oolle…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Bidiruun Godaantoota feetee imaalaa turte Galaanaa Meediteeriyaanii keessatti dhidhimuun lubbuu namoota hedduu galaafachuu hin oolle jedhameera.…
Kooriyaan Kaabaa gara Galaanaa Bahaatti Misaa’eela dhukaasuu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa gara Galaanaa Bahaatti Misaa’ela dhukaasuu Aangaa’onni Kooriyaa Kibbaa ibsan.
Humni Galaanaa Ameerikaa, Kooriyaa Kibbaa fi Jaappaan…
Lakkoofsi buqqaattoota idil addunyaa miiliyoona 110 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Sababa walitti bu’iinsa garagaraan lakkoofsi buqqaattoota idil addunyaa miiliyoona 110 ga’uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanitti Ejansiin Godaantootaa…
Biyyoonni Awurooppaa Yuukreeniif deeggarsa meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 116 ifoomsan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) –Biyyoonnii Awurooppaa Yuukreenif deeggarsaa meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 116 ifoomsaniiru.
Deeggarsichi humna qilleensaa Kiiyev cimsuuf…
Raashiyaan bakka dhaloota Pireezidaantii Yuukreen misaa’elaan haleelte
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Raashiyaan bakka dhaloota Pireezidaantii Yuukireen Vilaadmiir Zeleniskiitti haleellaa misaa’eelaa olaanaa rawwaachuun ibsame.
Raashiyaan haleellaa…