Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni Yuukreen ibsan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Raashiyaan Kiiyeviin dabalatee magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni Yuukreen beeksisan.
Haleellaa kanaan…
Jarman Chaayinaa akeekkachiifte
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Chaansilarri Jarman Oolaaf Shuulz Chaayinaan dhimma Raashiyaafi Yuukreen gidduu kan seentu yoo ta’e qoqobbiin kan ishee eeggatu ta’uu akeekkachiisan.…
Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa argachuu beeksiste
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa ta’e argachuu beeksisteetti.
Kuufamni gaaziifi boba’aa kun naannawaa maddisiisa boba’aa Boozhoong 26-6…
Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii Naayijeeriyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Filannoo pireezidaantummaa Naayijeeriyaatti gaggeeffameen Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii haaraa biyyattii ta’uun filatamuu gabaafameera.…
Kibba Xaaliyaanitti Bidiruun dhidhimte lubbuu godaantoota 100 galaaffachuu hin oolle jedhame
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC) – Guyyaa Kaleessaa Kibba Xaaliyaanitti Bidiruun dhidhimte lubbuu godaantoota 100 ol galaaffachuu hin oolle jedhameera.
Hanga ammaatti lubbuun…
Raashiyaa, Chaayinaa fi Afrikaan Kibbaa shaakalaa loltummaa eegalan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Raashiyaan Chaayinaa fi Afrikaa Kibbaa shaakalaa loltummaa humna Galanaarraa eegalan.
Shaakalli loltummaa humna galanaarraa “Mosii Lama’’ jedhuun…
Naannoo Daangaa Turkii fi Sooriyaatti ammas Kirkirri lafaa haaraan mudate
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Naannoo Daangaa Turkii fi Sooriyaatti ammas Kirkirri lafaa hamaa ta’e mudachuu gabaafame.
Turki bulchiinsa Hataayitti Kirkirri lafaa Reektar…
Joo Baayidan Yuukireenitti daawwannaa taasisaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yuukireen Kiyeevitti daawwaanaa tasaa taasisaa jiraachuun gabaafame.
Joo Baayidan Kiyeeviin galuun isaanii…
Chaayinaan hariiroo fi walta’iinsa Chaayinaa-Afrikaa caalmaan cimsuuf qophiidha-Pireezidaanti…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Chaayinaan hariiroo fi walta'iinsa Chaayinaa-Afrikaa caalmaan cimsuuf hoggantoota Afrikaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu Pireezidaantiin Chaayinaa Zhi…
DhMG lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 250 tumsa taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Afrikaa dabalatee biyyoota adda addaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif kan oolu Doolaara miiliyoona…