Browsing Category
Idil Addunyaa
Gamtichi Sudaanitti nagaa buusuuf tattaaffii taasifamu deeggaruu cimsee itti fufa – Muusaa Faakii…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Gamtaan Afrikaa Sudaanitti nagaa buusuuf tattaaffii taasifamu deeggaruu cimsee kan itti fufu ta’uu Komishinarri gamtichaa Muusaa Faakii Mahaammat ibsan.…
Ameerikaan morkii Chaayinaarraa mudateen dura dhaabbachuuf UNESCO’tti makamuuf gaafatte
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Ameerikaan morkii Chaayinaarraa mudateen dura dhaabbachuuf Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) makamuuf…
Muummeen Ministiraa duraanii Xaaliyaanii Siilviiyoo Beerlooskooniin boqotan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa duraanii Xaaliyaanii Siilviiyoo Beerlooskooniin du’aan addunyaa kanarraa boqotaniiru.
Siilviiyoo Beerlooskooniin dhibee Kaansarii…
Ijoolleen 4 balaa xiyyaara kufee caccaberraa hafan guyyaa 40 booda lubbuun argaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Ijoolleen 4 balaa xiyyaara kufee caccaberraa hafan bosona guddicha addunyaa Amaazoon keessaa guyyaa 40 booda lubbuun argamuu dhaga'ameera.
Ijoolleen…
Ammaan booda lammiileen Sudaan Viizaa malee gara Ijipti seenuu hin danda’an jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Ijipti lammiileen Sudaan waraana biyyattii dheeffuun gara Ijipti seenaa turan guyyaa kaleessaa kaasee viizaa malee akka hin seenne dhorkite.…
Tiraampi sandootaa Iccitii Ameerikaa sirnaan hinqabne jedhamuun himataman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi iccitii niwukilaraa Ameerikaa fi sandoota loltummaa dabalatee sandootaa iccitii hedduu sirnaan…
Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaara biiliyoona 2 baasu Yuukireeniif qopheessaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC)- Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaara biiliyoonaa 2 baasu Yuukireeniif qopheessaa jiraachuun gabaafame.
Deeggarsi ergamus Yuukireen humna waraanaa…
Hambaan uumamaa umrii biiliyoona 1 qabu argamuu saayintistoonni ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Hambaan uumamaa umrii biiliyoona 1 qabu kattaa Awustiraaliyaa Kaabbaa irratti argamuu Sayintistoonni ibsan.
Hambichi Addunyaarratti hubannaa as…
Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi Nageenyaa irratti jijjiirama tasaa…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi nNageenyaa biyyattii irratti jijjiirama tasaa taasisuun gabaafame.…
Manni Maree Nageenyaa Sudaan keessatti hatattamaan dhukaasni akka dhaabatu gaafate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sudaan keessatti hatattamaan dhukaasni akka dhaabatu gaafateera.
Tajaajilli deeggarsa namoomaa…