Browsing Category
Idil Addunyaa
Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun miidhaa Balaa Kirkira Lafaan isa mudaten lubbuun boqote
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun Balaa Kirkira Lafaa Turkitti mudateen miidhaa irra qaqqabeen lubbuun boqochuu ibsame.
Kirkira lafaa Turkii fi…
DhMG lammilee Turkiitti miidhaan irra ga’eef deeggarsa Doolaara biiliyoona 1 gaafate
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Turkiitti kirkira lafaan lammiilee miidhaan irra ga’e miiliyoona 5 ol deeggaruuf Doolaara biiliyoona 1 gaafateera.…
Walga’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 42ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Manni Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa walga’ii 42ffaa Finfinnee galma gamtichaatti gaggeeffamu eegaleera.
Walga’ii mana marichaarratti…
Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti lakkoofsi namoota balaa kirkiraa lafaan du’anii kuma 33 caale
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Balaa kirkira lafaa torbee har’aa eegalee yeroo lamaaf Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 33 caaluu gabaafame.…
Waraanni Ameerikaa naannawaa Qilleensaa Kaanaadaatti wanta balali’aa maalummaan isaa hin…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Waraanni Ameerikaa naannawaa Qilleensaa Kaaba Lixa Kaanaadaatti wanta balali'aa maalummaan isaa hin beekkamne rukutee kuffisuu dhaga'ame.
Wanti…
Ameerikaan Chaayinaarra qoqqobbii haaraa keesse
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Ameerikaan Chaayinaarra qoqqobbii haaraa kaa’uu gabaafame.
Ameerikaan biyyattiirra qoqqoobbicha kan keesse Ministeerri Raayyaa Ittisaa…
Turki Kibbaa fi Sooriyaa kaabaatti lakkoofsi namoota balaa kirkiraa lafaan du’anii kuma 21 caale
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- balaa kirkira lafaa Turki Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 21 caaluun gabaafame.
Lubbuu baraartonni miidhamtoota…
Turki Kibbaa fi Sooriyaa kaabaatti lakkoofsi namoota balaa kirkiraa lafaan du’anii kuma 17 darbe
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Wiixata darbe balaa kirkira lafaa Turki Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 17 darbuun gabaafame.
Balicharraa…
Mariin Ogeeyyii Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Mariin Ogeeyyii Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti gahumsa sodaa nageenyaa tilmaamamoo fi tilmaamamoo…
Isaayyaas Afawarqiin Keeniyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqiin Keeniyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Pireezidaanti Isaayyaas wayita Buufata Xiyyaaraa Joomoo…