Browsing Category
Idil Addunyaa
Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbe
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbuu dhaga’ameera.
Bahaa Hindii Kutaa Bulchiinsaa Odiishaattii balaa Baabura 3 gidduutti…
Biyyoonni miseensa BRICS sirni olaantummaa biyyoota Lixaarraa bilisa ta’e akka uumamu gaafatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC) – Biyyoonni miseensa BRICS addunyaan sirna olaantummaa warra dhihaa irraa bilisa ta’e akka uumamu gaafataniiru.
Walga’iin ministiroota biyyoota miseensa…
Sanadni hangi fiixee Liqaa Mootummaa Federaalaa Ameerikaa akka ol ka’u eeyyamu ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa sanada hangi fiixee liqaa Maallaqaa Mootummaa Federaalaa Ameerikaa akka ol ka'u heeyyamu raggaasiseera.…
Waraanni Sudaan marii gaggeeffamaa jiru addaan kute
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)- Waraanni Sudaan humnoota falman waliin marii dhukaasa dhaabiinsaa Jiddaatti gaggeessaa ture addaan kutuun gabaafame.
Waraanichi, marii dhukaasaa…
Waliigaltee dhukaasaa dhaabiinsaa Sudaan guyyoota shaniif dheerate
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Humnoonni Sudaan waliigalteen dhukaasa dhaabiinsaa guyyoota shaniif dheeressan.
Humnoonni kunneen waliigaltechaarratti kan ga’an bara Faranjootaa…
Afrikaa Bahaatti miidhamtoota deeggaruuf kan oolu Doolaarri biiliyoonni 2.4 argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa Afrikaa Bahaatti taasisuuf Doolaarri biiliyoonni 2.4 argamuu beeksise.
Maallaqichi Ityoophiyaa dabalatee…
Pireezidaanti Puutiin guyyaa Afrikaa sababeeffachuun Afrikaanotaaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin guyyaa Afrikaa sababeeffachuun hoggantootaafi uummata Afrikaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee…
Addunyaa Haqaa Qabeessaa fi hirmaachisaa ni ijaarra-Vilaadmiir Puutiin
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Raashiyaan Dhaabbiilee tumsitootaa ishee waliin ta’uun Addunyaa haqaa qabeessaa fi hirmaachisaa akka ijaartuu Pireeziidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin…
Yuukireen haalleellaa raawwattuuf Ameerikaan beekamtii kenniteetti jechuun Raashiyaan qeeqxe
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)- Yuukireen, Raashiyaa Kireemiyaarratti haleellaa raawwatteef Ameerikaan callisaan ilaaluun beekamtii akka kennitetti lakkaa’ama jechuun Raashiyaan qeeqxe.…
Humnoonni waraanaa Sudaan guyyoota 7 dhukaasa dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) – Humni Waaraanaa fi Humni Addaa Sudaan guyyoota 7f dhukaasa dhaabuuf waliigalaniiru.
Humnoonni Sudaan kunneen mariisisummaa Ameerikaa fi Saa'ud…