Browsing Category
Idil Addunyaa
Kirkira Lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 11 caale
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Kirkira Lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 11 caaluu dhaga’ame.
Balaa kirkira lafaa mudate kanaan Turkitti…
Turkitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa muudate
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Turkitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa Reektar Iskeelii 5.7 ta’ee galmaa’e muudate.
Balaan kirkira lafaa kun har’a ganama kutaalee Baha biyyattiitti kan…
IGAD naannawichatti balaa qolachuun gahee olaanaa ba’ateera-Dooktar Warqinaa Gabayyoo
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) balaa nam-tolcheefi uumamaa naannawichatti uumame qolachuun gahee olaanaa ba’achuu Barreessaa Olaanaan…
Paakistaanitti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuu namoota 59 darbe
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Kaaba Paakistaan magaalaa Peeshaawaaritti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuun namoota 59 darbuu dhaga'ame.
Haleelichi bakka…
Afrikaa “Guuboo Daabboo Addunyaa” taasisuuf Doolaarri biiliyoonni 10 ramadame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Giruuppiin Baankii Misoomaa Afrikaa waggoottan 10’n dhufan Ardii Afrikaa “Guuboo Daabboo Addunyaa” taasisuuf Doolaara biiliyoona 10 ramade.
Baankichi…
Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongootti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabame
Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Riippaabilika Dimookiraatawaa Koongoo laga Luuloong irratti dooniin cabuun namoonni 145 achi buuteen isaanii dhabamuu gabaafame.
Ka’umsi balichaa …
Baay’inni ummata Chaayinaa waggoota 60 as yeroo jalqabaaf hir’achuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Baay’inni ummata Chaayinaa erga bara 1961 as yeroo jalqabaaf hir’achuun gabaafame.
Biyyattiin seenaa ishee keessatti sodaa beelaa hammaataa imaammataa…
Neeppaalitti xiyyaarri kufuun lubbuun namoota 40 darbe
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Giddugaleessa Neeppaalitti balaa xiyyaarri kufuun mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 40 darbuun gabaafame.
Imaltoota 72 qabatee Kaatimaanduurraa gara…
Pireezidaanti Baayidan Kaaliifoorniyaatti labsii yeroo ariifachiisaa labsan
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Obomboleettii cimaa Rooba makeen Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa muudate hordofee labsii yeroo ariifachiisaa labsaniiru.…
Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa gaggeessuu gabaafame
Amajjii 1, 2015(FBC)- Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa dabalataa gaggeessuu beeksiste.
Beejiing yeroo baatii tokko hin guunne keessatti kan ammaa dabalatee dhiyeenya…