Browsing Category
Idil Addunyaa
Yaa’iin Liigii Arabaa Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Yaa’iin Liigii Arabaa 32ffaan Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaatti eegaluu gabaafame.
Yaa’icharratti Sooriyaan waggoota 12 booda yeroo jalqabaaf ni…
Biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii Raashiyaarra kaa’aan caalmatti cimsuuf mari’ataa jiru
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Raashiyaan tarkaanfii Yuukreenirratti fudhaataa jirtu akka dhaabduuf biyyoonni miseensa garee 7 qoqqoobbii biyyattiirra kaa’aan caalmatti cimsuuf…
Jeequmsa Sudaniif deebii hatattamaa kennuuf Doolaarri miiliyoona 209 gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhabbanni Godaantota Idil Addunyaa (IOM) jeequmsa Sudaanitti mudateen lammiilee miidhaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisuuf Doolaara miiliyoona 209…
Pireezidaantiin Soomaaliyaa daawwannaa hojiif gara Kuwaartaaritti imalan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa galgala Dohaa galuu ibsameera.
Pireezidaantichi buufata xiyyaaraa…
Kiyeevi Diroonii fi Misaa’elaan haleelamte
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa guddittii Yuukreen Kiyeev haleellaa cimaa Diroonnii fi Misaa’eelaan haleelamuu aanga’oonnii biyyattii beeksisaan.
Haleellichaan yoo xiqqaate…
Pireezidaanti Isaayyaas Afawarqiin Chaayinaatti daawwanaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqiin Chaayinatti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ibsameera.
Pireezidaantichi guyyaa kaleesaa daawwanaa…
Filannoo Turkiin injifattoota addaa baasuuf marsaa 2ffaaf sagaleen akka kennamu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Turkiin morkattoonni sagalee isaan injifachiisuu waan hinarganneef maraa 2ffaaf adeemsa sagalee kennuutti ce’uun gabaafame.…
Turkitti filannoon Pireezidaantummaa fi Paarlaamaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Turkitti Filannoon pireezidaantummaa fi paarlaamaa gaggeeffamaa jira.
Lammiileen miiliyoonni 64.1 ol sagalee laachuuf galmaa'uu isaanii eerameera.…
Doonaald Tiraampi ol iyyaannoo gaafatan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraampi haleellaa Koorniyaa raawwatan jechuun adabbii Doolaara miiliyoona 5 akka kaffalan itti murtaa’erratti…
Pireezidaant Eerdoohaan hojjettoota mootummaaf daballii miindaa %45 taasisan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Turki Reesiip Xaayip Eerdoohaan hojjettoota mootummaaf daballii miindaa %45 taasisuu beeksisan.
Pireezidaan Eerdoohaan daballii kana kan…