Browsing Category
Idil Addunyaa
Dubartii Afrikaa jalqabaa waancaa Addunyaarratti haadha murteessituu ta’uun seenaa hojjette,…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Murteessituu Ruwaandaa Saliimaa Raadiyaa Mukansangaan Waancaa Addunyaa Irratti hirmaachuudhan durbartii jalqabaa Afrikaa ta’uun seenaa galmeessiteerti.…
Biyyoota guddachaa jiran jijjiirama qilleensaan miidhamaniif beenyaa kaffaluuf fandiin addaa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Yaa'iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii faalama qilleensaa biyyoota Badhadhanirraa gadi lakkifamuun miidhaa biyyoota…
Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru furguggiste
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru furguggisuu Ministeerri Ittisa Biyyaa Jaappaan beeksise.
Miisaa’elli biyyattiin guyyaa har’aa…
Filannoo Walakkeessaa Ameerikaan Rippaabilikaanonni teessoo olaanaa injifachuu gabaafame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Filannoo Walakkeessaa Ameerikaan Rippaabilikaanonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti teessoo olaanaa injifachuu gabaafame.
Teessoo mana marichaa…
Raashiyaan hoggantoota olaanoo Ayarlaand 52 irra qoqqobbii keesse
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Raashiyaan bakka buutotaafi hoggantoota olaanoo Ayarlaand 52 irra qoqqobbii kaa’uu gabaafame.
Biyyattiin bakka buutotaafi hoggantoota olaanoo Ayarlaand…
Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerirkaa Doonaald Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa biyyattii 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisaniiru.
Doonaald…
Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 eegalame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 17ffaan Indooneezyiyaa Baaliitti eegalameera.
Yaa’ichi mata duree ‘tokkummaan haa dandamannu, yaa cimnu’ jedhuun kan…
Chaayinaa fi Ameerikaan nageenya waaraa addunyaaf biyyoota biroo waliin qindoominaan hojjechuu…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Chaayinaa fi Ameerikaan nageenya waaraa addunyaaf biyyoota biroo waliin qindoominaan hojjechuu qabu jedhan Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpingi.…
Moozaambiik yeroo jalqabaaf gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti ergite
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Moozaambiik yeroo jalqabaaf Gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti erguu himame.
Moozaambiik har’a yeroo jalqabaaf Gaazii uumamaa alatti arguun seenaa addunyaa…
Xiyyaaronni waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan walitti bu’anii kufuu gabaafame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Xiyyaaronni boombii darbatan waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan lama walitti bu’anii kufuu gabaafame.
Xiyyaaronni kunneen walitti kan bu’an…