Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Putiin dureewwan Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaarratti akka hirmaatan afeeran
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin dureewwan biyyoota Afrikaa yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa Seenti Peetisbargitti gaggeeffamurratti akka…
Faransaayii fi Gamtaan Awurooppaa dhimma Waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuufi
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Guyyaa har’aa Faransaayii fi Koomishiniin Gamtaan Awurooppaa dhimma waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuuf gara Chaayinaatti imaluun…
Tiraampi mana murtiitti dhiyaataan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraampi Mana Murtiitti dhiyaachuu himame.
Tiraampi har'a mana murtiitti dhiyaachuu isaanii hordofee…
Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa galaanarraa eegalte
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015(FBC)- Ameerikaan Kooriyaa Kibbaafi Jaappaan waliin shaakala loltummaa waloo galaanarraa eegaluu gabaafame.
Shaakalli loltummaa kun Ameerikaan kan hogganamu…
Gatiin boba’aa idil addunyaa dabaluu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa ergitoota boba’aa(OPEC) hanga boba’aa gabaa idil addunyaaf dhiyeessan hir’isuuf murteessuu beeksisan.
Biyyoonni kunneen guyyaatti…
Tiraampi Pireezidaantii Ameerika jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp Pireezidaantii biyyattii jalqabaa himanni yakkaa irratti baname ta’uufi jedhame.
Tiraampi taatoo…
Helekooptaroonni waraanaa Ameerikaa shaakalarra turan kufuu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Helekooptaroonni waraanaa Ameerikaa “Bilaak Haawuk” jedhamuun beekaman lama shaakalarra osoo jiranii bulchiinsa Kiintaakiitti kufuu Waraanni biyyatti…
Raashiyaan shaakalaa loltummaa misaa’eela baalastikii “Yaarsi” jedhamuu eegalte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Raashiyaan misaa’eela baalastikii fageenyaa dheeraa “Yaarsi” jedhamuu hojirra oolchuuf shaakala loltummaa taasisuu eegaluun gabaafame.
Misaa’eelli…
Ilmi Pireezidaantii Yugaandaa Jeneraal Muhoozii Kaayineerugaabaan barana soorama ba’uun dirqama…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) –Ilmi Pireezidaantii Yugaandaa Yuuweerii Muuseeveebii Jeneraal Muhoozii Kaayinarugaabaan waraanaa biyyattii keessaa barana soorama ba’uuf murteessuu…
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu eerame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa beeksiise.
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa caalmaatti dabalaa jiraachuu…