Browsing Category
Idil Addunyaa
Dooktar Warqinaa Gabayyoon haala yeroo Sudaanirratti Ministiroota Alaa UK, Kanaadaa fi Jarman waliin…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon haala yeroo Sudaanirratti Ministiroota Dhimma Alaa Yuunaayitiid…
Sudaan keessatti ammas waliigalteen dhukaasa dhaabuu guyyoota sadan itti aananiif dheerate
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Sudaan keessatti ammas waliigalteen dhukaasa dhaabuu guyyoota sadan itti aananiif dheerachuu ibsameera.
Jeneraalonni lameen dhukaasa dhaabuurratti…
Gamtaan Afrikaa hawaasni idil addunyaa Sudaaniif deeggarsa namoomaa akka dhiyeessu gaafate
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Gamtaan Afrikaa dhiibbaa jeequmsa Sudaan hir’isuuf hawaasni idil addunyaa deeggarsa namoomaa ariifachiisaa akka dhiyeessu gaafateera.
Lammiilee biyyattii…
Pireezdaanti Shii Jiinping Pireezidaantii Yukireen waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Pireezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinping Pireezidaantii Yukireen Vooloodmiir Zeleniskii waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Marii hoggantoonni lamaan taasisan…
Joo Baayidan Filannoo itti aanurratti kan dorgoman ta’uu ifoomsan
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Maanguddoon Umrii Waggaa 80 Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Filannoo biyyaattii bara Faranjootaa 2024 gaggeeffamurratti kan dorgoman ta’uu…
Biyyoota Sahaaraa gadiitti dhimma Raawwachiisaan Jarman Barreessaa Olaanaa IGAD waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Biyyoota Sahaaraa gadii fi naannawaa Sahiiliitti Daayrektarri Dhimma Alaa Jarman Kiristoof Reezilaf Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa…
Chaayinaan lammiilee ishee Sudaan keessaa baasuu eegalte
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC)- Chaayinaan lammiilee ishee Sudaan keessaa baasuu eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa beeksise.
Walitti bu’iinsa humnoota Sudaan gidduutti uumame…
Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatota isaanii Sudaanii baasuufi
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC)-Biyyoonni garaagaraa dippiloomaatotaa fi lammiilee isaanii Sudaanii baasuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame.
Ajajaan Humna Waraanaa Sudaan Jeneraal…
Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo biyyattii…
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Lolli Sudaan jabaatee itti fufuu hordofee dippilomaatonnifi lammiileen biyyoota biroo geejjiba qilleensan biyyattii bahaa jiraachuu Humni Waraana Sudaan…
Waraanni Sudaan hanga ammaatti lubbuu lammiilee nagaa 300 caalu galaafate
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Waldhabdeen Sudaan keessatti mudate hanga ammaatti lubbuu lammiilee nagaa 300 caalu galaafachuu ibsame.
Lammiilee Sudaan qofa osoo hin taane…