Browsing Category
Idil Addunyaa
Iraan fi Raashiyaan bittaa boba’aaf waliigaltee Doolara biiliyoona 6.5 mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC) – Iraan fi Raashiyaan bittaa boba’aaf kan oolu waliigaltee Dolaara biiliyoona 6.5 mallatteessuun gabaafame.
Angaa’a Olaanaan Iraan akka…
Ameerikaan yeroo dhiyootti meeshaalee waraanaa farra humna qilleensarraa Yuukreeniif ni…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Ameerikaan yeroo dhiyootti marsaa jalqabaaf meeshaalee waraanaa farra humna qilleensarraa 2 gara Yuukreenitti kan ergitu ta’uu ibsite.
Haleellaa…
Raashiyaan sarara daddabarsa midhaan Nyaataa Galaana Gurraacha cufte
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Raashiyaan, Yuukreen Oomishaalee ishee gara alaatti akka hin argine sarara daddabarsa midhaan Nyaataa buufata Galaana Gurraacha cufuu beeksiifte.…
Armeeniyaa fi Azarbaajaan Nugoornoo Kaaraabaakitti Humnaa waraanaa fayyadamu dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Armeeniyaa fi Azarbaajaan walitti bu’iinsaa daangaa isaanii furuuf gaarreen Nugoornoo Kaaraabaaki irratti humna waraanaa fayyadamuu dhaabuuf…
Luulaa Daa Siilvaan filannoo Pireezidaantummaa Biraaziil injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Biraaziilitti gaggeeffameen kanaan dura biyyattii bulchanii kan turan Luulaa Daa Siilvaan injifatan.
Filannicha Luulaa…
Barri olaantummaa biyyoota Lixaa haala hineegamneen xumuramaa jira-Putiin
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Yeroo ammaa barri olaantummaa biyyoota Lixaa haala hineegamneen xumuramaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan.
Putiin…
Elan Maaski adeemsa bittaa Tiwiitaraa xumuran
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Elan Maaski miidiyaa hawaasummaa Tiwiitara Doolaara biiliyoona 44’n bituuf adeemsa bittaa eegalan xumuraniiru.
Abbaa qabeenyaa adda duree addunyaa…
Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka dandeessu Raashiyaan akeekkachiisuu gabaafame.…
Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudamuu gabaafame.
Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz duraaniifi hoggantuu Paartii…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuufi
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuuf ta’uu gabaafame.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti …