Fana: At a Speed of Life!

Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame.

Notingahaam Forest galchii 3 fi 1’n Cheelsii injifateera.

Sababa kanaan Cheelsiin carraan hirmaannaa waltajjii awurooppaa argachuuf qabu dhiphateera.

Notingahaam Forest ammoo sodaa gara gadii bu’uuf qaburraa fagaateera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.