Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud simatan

Finfinnee, Fulbaana 19, 2019( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammudiin simataniiru.
 
Waajjirri Ministira Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen, Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Booleetti argamuun Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammudiin simachuu ifoomseera..

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.