Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin Gamachuu Godaanaa Injifate

Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Dorgommii atleetiksii Finfinnee Giraand Prii fiigicha meetira 3,000 guufachiisaa dhiiraatiin atleet Gamachuu Godaanaa tokkoffaa ba’uun xumureera.

Atleetichi fageenya kana xumuruuf daqiiqaa 8:35.83 akka itti fudhate ragaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa irraa argame ni agarsiisa.

Atileet Jamaal Jawaaroo daqiiqaa 8:35.33n 2ffaa, atileet Isaa Abdoo ammoo daqiiqaa 8:47.09′ 3ffaa ba’uun xumuruunis gabaafameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.