Ispoortii
Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.
Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa galchii 3 fi 2’n Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifachuun sadarkaa isaa gara 4ffaatti fooyyeffateera.
Adaamaan taphoota hanga ammaatti taphateen…
Read More...
Walwaaloo Addigiraat 1- 1 Shaggar
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Shaggar Walwaaloo Addigiraat waliin qixa bahe.
Shaggar har’a Walwaaloo Addigiraat waliin galchii 1 qixa baheera.
Heenook…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:45 jalqabee Gaalatasaraay – Atileetikoo Maadriid, Karaabaag - Firaankifarti waliin taphatu.…
Maanchistar Siitii 1-3 Boodoo Gilimtii
Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Sagantaa Shaampiyansi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan dirree isaan alatti kilaba Noorweey Boodoo Gilimtii waliin kan taphate Maanchister Siitiin 3 fi 1'n injifatameera.
#Oromia #Ethiopia
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin Intermiilaanii fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Intermiilaan Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Arsenaal taphoota hanga…
CAF Leenjisaa Garee Biyyaalessaa Seeneegaal hojiirra dhorke
Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) –Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) leenjisaa garee biyyaalessaa Seeneegaal Peeppe Tiyaawu hojiirra dhorkeera.
CAF tapha xumuraa Waancaa Afrikaa Seeneegaaliifi Moorookoo gidduutti taphatameen…
Seeneegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taate
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) – Tapha xumuraa har'a taphatameen seeneegaal Moorookoo injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taateerti.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa tureen seeneegaal…