Ispoortii
Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte.
Ugaandaan galchii 3 fi 0'n Itiyoophiyaa injifachuun Taanzaaniyaatti aanuun waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffatte.
Jeeddaloonni Diimtuun waancaa Afrikaaf darbuuf tapha sadarkaa Keeniyaa waliin…
Read More...
Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuu injifate
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha Guddaa Daandiirraa Kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame injifate.
Fiigichi kun mata duree ''Guddina Humna Qilleensaaf, humna guutuun na fiiga'' jedhuun…
Waggoota 22 booda waltajjii Waancaa Afrikaatti deebi’uuf falmii guddaa Itiyoophiyaan Ugaandaa…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan taphatamaa kan jiru taphoonni gulaalii waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa xumuramuuf guyyoota 4 qofatu hafe.
Taphni biyyoota 10 hirmaachise kun Finfinnee fi…
Morkii kilaboota Landan har’a Cheelsiin Arsenaal keessummeessu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 13ffaan taphni har'aCheelsiin Arsenaal keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Kilaboonni lamaan Olaantummaa Magaalaa landan irratti qaban kabachiisuun…
Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphataman …
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Baankiin Daldalaa Maqalee 70 Indaartaa waliin, Hadiyyaan ammoo Aarba Minci Waliin qixa bahaniiru.
Tapha har'a waaree booda taphatameen Midira…
Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni Muunik injifateera.
Taphoota biroon PSVn…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte.
Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Keeniyaa injifachuun…