Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kaadhimantoonni filatamoon waggichaa FIFA ifooman

Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Kaadhimamtoonni filatamoon bara 2025 FIFA dameewwan adda addaan ifoomaniiru. Damee leenjistootaan Luwiis Eniriikee, Arnee Siloot, Mikaa'el Arteettaa, Inzoo Maareskaa, Hansii Filik fi Roobeertoo Maartiinez Kaadhimamaniiru. Damee taphattootaan ammoo Baalaandoorii kan mo'ate Osmaan Dembeellee, Ashraaf…
Read More...

Aarbaa Minci 0 –1 Adaamaa

Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan injifannoo jalqabaa galmeesseera. Adaamaan bara kana walitti aansuun taphoota 3 qixa erga bahee booda har’a galchii 1 fi 0’n…