Ispoortii
Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.
Luusiwwan morkiin har'a gita isaanii Taanzaaniyaa waliin godhan ni xiyyeeffannoo argateera.
Taphni gulaallii xumuraa kun har'a waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee…
Read More...
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo waggaa ta’uuf kaadhimaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo daandiirraa waggaa ta’uuf kaadhimaman.
Atileetoonni kunneen dorgommiiwwan daandirraa bara kana irratti…
Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.
Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate.
Kana hordofee…
Arsenaal 1 – 0 Kiristaal Paalaas
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa har'a taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii 1 fi 0n Kiristaal Paalaas injifateera.…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate.
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha daqiiqaa 58:02 xumuruun injifateera.
Dorgommii…
Taphni har’a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan taphni har'a Arsenaal Kiristaal Paalaas, Astoon Viilaan ammoo Maanchiister Siitii keessummeessan ni eegama.
Piriimeer Liigichaan har'a taphoonni 5…
Maanchiister Yuunaayitiid 4 – 2 Biraayitan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Biraayitan injifate.
Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 2'n Biraayitan injifateera.
Maatiyaas Kuunyaa fi Kaasemiiroon…