Ispoortii
Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte.
Kana hordofee Maaliin biyya 7ffaa tapha nuusa xumuraaf dabarte taateerti.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa…
Read More...
Waancaa Afrikaan har’a morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa ni eegama
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Taphoota waancaa Afrikaan har'a galgala morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa akkaan eegama.
Waancaa Afrikaa bara kanaan biyyoonni waancaa fudhatuun eegamaa turan kanneen akka Gaanaa, Masir,…
Keeppiverdeen Nuusa Xumuraaf darbite
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Keeppiverdeen Mooritaaniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.
Tapha mo’atanii darbuu biyyoota lameen gidduutti gaggeeffameen carraa rukuttaa adabbii argatteen…
Tapha ijibbaachisaa har’aa Seneegaalii fi Kootdivaar gidduutti gaggeeffamu
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa galgala har'aan taphi ijibbaachisaan Seneegaal Saadiyoo Maanee qabattee fi Kootdiivaar qopheessituu Waancichaa gidduutti gaggeeffamaa xiyyeeffanaa olaanaa argateera.
Tapha waancaa…
Tapha Waancaa Afrikaan taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama.
Har’a galgala sa’aatii 2:00 irraa jalqabee tapha waancaa Afrikaa 34ffaarratti ga’umsa…
Giiniin tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan tapha mo'atanii darbuu gaggeeffameen Giiniin Ikkuwaatooriyaal Giinii 1 fi 0'n injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.
Hanga ammaatti Angoolaa, Naayijeeriyaa fi Giiniin…
Walharkaa fuudhiinsi Guca Olompikii 2024 Paariis Maqaleetti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Sagantaan jalqabsiisa walharkaa fuudhiinsa biyyaalessaa Guca Olompikii 2024Paariis Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Saganticharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara…