Ispoortii
Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Taphoota piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Maanchiister Siitiin galchii 2 fi 0n Eevartan injifachuun qabxii 52 liigicha dursuu eegaleera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Read More...
Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF ta’uun filaman
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Miseensa Koree Hoji Raawwachiiftuu Federeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) ta’uun filamaniiru.
Federeeshinii Kubbaa…
Kaardiin daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuufi
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa keessatti Kaardii Cuquliisaan daqiiqaa 10 qofaaf taphataa dirreen ala tursiisu yaaliif dhiyaachuuf ta’uu ibsameera.
Qaamni seera kubbaa miilaa baasuu, Boordiin Waldaa Kubbaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC)– Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaafi Agarsiisni Feestivaala Aadaa 16ffaa Godina Shawaa Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Ambootti torban lamaaf gaggeeffamaa ture olaantummaa Bulchiinsa…
Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Biyyaalessaan adda bahan
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa Itiyoophiyaa Fireew Hayilagabre’eel ifatti hojii leenjisummaa gadi dhiisaniiru.
Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa…
Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana Keessaa Boostan Niwuu Baalaansi injifatan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Boostan Niwuu Baalaansi injifataniiru.
Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii gufachiisaa fageenya…
Arsenaal Liivarpuuliin injifate
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaa har'a taphatameen taphni si'oominaan eegamaa ture olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Liivarpuul injifachuun sadarkaa isaa…