Ispoortii
Gareen Sarkasii “Black Lion” galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’e
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Gareen Sarkasii “Black Lion” Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Aartii Sarkasii Xaaliyaaniittii gaggeeffamerratti hirmaate rikardii haaraa galmeessuun galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’e.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasan garichaaf simannaa fi beekkamtii kennaniiru.…
Read More...
Taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni taphatamu.
Haaluma kanaan Maaliin Kootdiivaar waliin Keeppiverdeen ammo Afrikaa Kibbaa walin ni taphatu.
Morkiin tapha walakkaa…
Naayijeeriyaan walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa Nuusa xumuraa har'a taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa injifachuun walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha galgala kana sa'aatii 2:00 irraa eegalee taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa…
Tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Afrikaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 34ffaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Har’a galgala saa’aatii 2:00 irraa eegalee taphni nuusa xumuraa kun Naayijeeriyaa…
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifataniiru.
Walaayittaa Diichaan Hambarichoo Duraamee galchii 1 fi 0n…
Moorookoon waancaa Afrikaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite.
Taphni akkaan eegamaa ture taatee hin eegamne keessummeessun…
Arsenaal Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 22ffaa har'a Arsenaal taphatameen Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate.
Arsenaal galchii 2 fi 1n Nootighaam Foresti injifachuun…