Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha Waancaa Afrikaan taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama

Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun taphni har’a Iyivoorii Koosti Seeneegaal waliin taasiiftu akkaan eegama. Har’a galgala sa’aatii 2:00 irraa jalqabee tapha waancaa Afrikaa 34ffaarratti ga’umsa olaanaa mul’isaa kan jirtu Keeppi Vardeen Mooriitaaniyaa waliin taasiiftu xiyyeeffannoo argateera. Halkan…
Read More...