Ispoortii
Fiigichi guddaan Wancii Boru gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigichi guddaan Wancii hunda hirmaachisu boru Wanchiitti ni gaggeeffama.
Fiigichicha gaggeessuuf haaldureewwan garaagaraa hundi xumuramaa jiraachuu hogganaan Biiroo Dargaggoof Ispoortii Oromiyaa Obbo Maatiwoos Sobbooqaan ibsaniiru.
Dorgommicharratti atileetoonni biyyoota adda addaa 327 ta'anii fi…
Read More...
Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaa Kilaba Liivar Puulirraa kan gaggeeffaman ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Leenjisaan Kilaba Liivar Puul Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaarraa kan gaggeeffaman ta’uu ibsameera.
Leenjisichi sagantaan taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 hanga…
Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera.
Akkasumas taphni galgala kana sa'aatii 12:00 irraa eegalee…
Taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman qixa xumuraman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Keessummeessummaa Kootdiivaariin tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa gaggeeffamaa jiruun galgala kana taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman galchii malee qixa xumuramaniiru.
Naamiibiyaan Maalii waliin Afrikaan…
Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise.
Sagantaan Fiigicha guddichaa Wancii Dandii kiiloo meetira 10…
Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa beeksise.
Sagantichis Akkaadaamii Ispoortii…
Kaameeruun gara tapha mo’atanii darbuutti darbite
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Waancaa Afrikaa 34ffaan ramaddii 3ffaarraa Kaameeruun Seneegaalitti aanuun gara tapha mo'atanii darbuutti darbite.
Tapha har'a gaggeeffameen Kaameeruun Gaambiyaa 3 fi 2'n injifachuu dandeesseetti.…