Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Eevertan VS Maanchisteer Siitii…

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Tapha Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaan Maanchisteer Siitiin dirree isaan ala Eevartan waliin ni morkata. Maanchiister Siitiin, tapha galgala kanaa dabalatee taphoota qixxeessituu lama kan of harka qabu garaagarummaa qabxii 6 Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf dirree seena. Eevertan gama isaan, hirmaannaa…
Read More...

Arsenaal 3 – 0 Fuulhaam

Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) –Arsenaal Fuulhaam injifachuun garaagarummaa Maanchiister Siitii waliin qabu gara qabxii 6tti bal'ifate. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0'n…