Ispoortii
Tapha darbii Landan har’a Fuulhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi taphoota torbee 8ffaa har’a taphatamaniin falmiin darbii Landan Fuulhaam Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Dursaan liigichaa Arsenaal waggoottan lamaan darban Istaadiyeemii Kiraaven Kooteejitti taphoota taphate injifachuu hin dandeenye.
Har’as qormaanni cimaan akka isa eeggatu…
Read More...
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 8ffaan boruu eegaluun taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 8ffaan tapha boru Notiingihaam Foresti Cheelsii keessummeessuun eegalamu.
Boru waaree booda sa’aatii 8:30 irraa jalqabee Notingahaam Forest – Cheelsii…
Atileet Taammiraat Tolaan Maaraatoonii Amistardaamiin ala ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Atileet Taammiraat Tolaan miidhama isa muudateen Maaraatoonii Amistardaamiin ala ta’eera.
Shaampiyoonaan Olompikii fi Addunyaa Atileet Taammiraat Tolaan sababa miidhamaan Shaampiyoonaa Atileetiksii…
Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu ni…
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaan Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu xiyyeeffannoo argateera.
Biyyi Xiqqoon Afrikaa Keeppi Verdeen waancaa…
Qiddus Giyoorgis shaampiyoonaa Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee ta’e
Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) - Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee 19ffaa "Waancaa Haaromsaa" Qiddus Giyoorgis Machaaliin 2fi 1n injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
Machaal Bunni Itiyoophiyaa fi Itiyoo Elektirik sadarkaa 2ffaa…
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa ni taphata
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har'a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee morkiin…
Tapha gulaallii xumuraa Waancaa addunyaa biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon waloon qopheessaniif biyyoonni Afrikaa tapha gulaallii ramaddii xumuraa boruu eegaluun taphatu.
Biyyoonni Kaaba Afrikaa Ijipti, Moorookoo,…