Ispoortii
Itiyoophiyaan Fiigicha Maaraatooniin meedaaliyaa Warqee fi Meetii argatte
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa – 2ffaa ba’uun xumuraniiru.
Atleet Amaanee Bariisoo 1ffaa ba’uu meedaaliyaa warqee fi Atleet Gooyitiitoom Gabrasillaasee 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf argamsiisaniiru.
Atleet Yaalemzarf…
Read More...
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan tapha har’a galgalaa Cheelsiin Luton Taawan waliin taphatuun eegalama.
Cheelsiin galgala har’aa sa’aatii 4:00 irraa eegalee Luton Taawan waliin ni…
Gulaalliin walakkaa xumuraa meetira 800 har’a ni gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Fiigicha Gulaallii walakkaa xumuraa meetira 800 har’a gaggeeffamurratti Atleetoonni Itiyoophiyaa ni hirmaatu.
Fiigicha gulaallii meetira 800 galgala sa’aatii 3:25 irratti gaggeeffamu kanarratti Atleet…
Atleetoonni Itiyoophiyaa gulaallii meetira kuma 5niin xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5n dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Itiyoophiyaa hunduu xumuraaf darbaniiru.
Atleet Hagos ramaddii isaarraa 2ffaa, Yoomiif Qajeelchaan 2ffaa fi Barrihuu…
Murtoon meetira kuma 5 atleetootaa jijjiiruuf taasiifame bu’aa fiduuf kan kaayyeffateedha –…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Murtoon Fiigicha meetira kuma 5 atleetootaa jijjiiruuf taasiifame bu’aa fiduuf kan kaayyeffate ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiiseera.
Atleet Xilahuun Hayileen hir’ifamuun Alteelt…
Fiigichi gulaallii meetira kuma 5 dhiirootaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu.
Atleet Yoomiif Qajeelchaa, Hagos Gabrahiyiwatii fi Barrihuun Aragaawwiin Ityoophiyaa…
Atleetonni Ityoophiyaa 4 meetira kuma 5n xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5n galgala kana gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 4 xumuraaf darbaniiru.
Gudaaf Tsaggaayii 2ffaa fi Madinaa Isaan 6ffaa ba'uun dorgommii xumuraaf darbaniiru.…