Ispoortii
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta'era.
Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ingilaand waliin taphate goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa Addunyaa bara 2023 ta'eera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Read More...
Kilabni Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo’aa Mo’attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa…
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kilabni Kubba Miilaa Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta'eera.
Tapha Xumura Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni fiigama
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 dhiirootaa ni gaggeeffama.
Galgala sa'aatii 1:25 irraa eegaluun fiigichi xumuraa meetira kuma 10n…
Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaa har'a gaggeeffameen meetira kuma 10 Meedaaliyaa Warqee,Meetii,Nahaasii argatteerti.
Atleet Gudaaf Tsaggeeyii Meedaaliyaa Warqee, Atleet Lattasanbat…
Atileetonni Ityoophiyaa Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 darban
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Hangaarii Buudaapeestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiirotaan Atileetonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraaf…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala.
Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha kiiloomeerira 10 dubartootaa gaggeeffamuun, Alteet…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru eegala
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru Hangaarii Magaalaa Budaapeesitti gaggeeffamuu eegala.
Fiigichi kiiloomeerira 10 dubartootaan halkan sa’aatii 3:55 irraa eegalee fiigamu si’oominaan…