Ispoortii
Atleet Haamtaam Alamuu fi Warqinash Mallaseen fiigicha meetira 800n gulaallii walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Atleet Haabtaam Alamuu fi Warqinash Mallaseen fiigicha meetira 800 har’a gaggeeffaameen 1ffaa fi 3ffaa ba’uun gulaallii walakkaa xumuraaf darbaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo:…
Read More...
Fiigicha gulaallii fageenya adda addaan har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19faa har'a gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa fageenyaa garaagaraan ni hirmaatu.
Guyyaa sa'aatii 5:05 irraa eegalee gulaalliin meetira 800…
Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte.
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii…
Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti dorgomameen Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiisera.
Atleetiin Moorokoo Meedaaliyaa Warqee argateera.
Dorgommiiwwan xumuraa Ityoophiyaan irratti hirmaattu 2 har’a ni gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa har’aatiin dorgommiiwwan lama kan Ityoophiyaan irratti hirmaattu har’a galgalaa ni gaggeeffamu.
Dorgommii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 sa’aatii 4:31irratti…
Ityoophiyaan meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha xumuraa meetira kuma 10 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaa dhiiroota gidduutti dorgomameen Ityoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatteerte.
Atleet Salamoon Baraggaan fageenyichaan sadarkaa…
Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaan Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom xumuraaf dabarteeti.
Atleetoonni lamaanuu ramaddii isaanirraa 2ffaa ba'uun morkii xumuraaf…