Ispoortii
Darbii Maanchuuriyaan 199ffaa…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2019 (FMC) – Kilabootni magaalaa Maanchiister lamaan Maanchiister Yuunayitidiifi Maanchiister Siitiin morkiin har’a taasisan ni eegama.
Taphoota darbii Piriimeer Liigichaa cimaa jedhaman keessaa tokko kan ta’e morkiin kun har’a galgala sa’aatii 12:30 eegalee taasifama.
Kilaboonni masaanuu yeroo hundaa magaalaa…
Read More...
Cheelsii fi Liivarpuul morkattota isaanii waliin qabxii qooddatan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) — Torban 4ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Cheelsii fi Liivarpuul morkattoota isaanii waliin walqixa ba’uun qabxii qooddataniiru.
Cheelsiin, Haal Siitii keessummeessuun 2–2n walqixa ba’eera.…
Pirimeer Liigii Ingilaandin har’a taphoonni 7 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC)- Sagantaa Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 4ffaan har’a taphoonni 7 ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala Sa’aatii 4:00 irratti Arseenaal dirree isaan ala imaluun Sandarlaandi waliin ni taphata.…
Pirimeer Liigii Ingilaandin har’a taphoonni 7 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC)- Sagantaa Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 4ffaan har’a taphoonni 7 ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala Sa’aatii 4:00 irratti Arseenaal dirree isaan ala imaluun Sandarlaandi waliin ni taphata.…
Jaawoo Peediroon taphataa cimaa baatii Haggayyaa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Jaawoo Peediroon taphataa cimaa baatii Haggayyaa Piriimeer Ingilaandi jedhamuun filatame.
Jifataan Kilaba Cheelsii Jaawoo Peediroon ga’umsa taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbeewwan…
Maanchister Yunaayitid Saabaah FK waliin
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu.
Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaa yeroo sadii kan mo’ate Maanchister Yunaayitid bara dorgommii kana keessatti tapha isaa…
Arsenaal Naappoolii injifate
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera.
Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer
Tapha biraatiin, shaampiyoonaan…