Ispoortii
Liivarpuul Kiristaal Paalaasiin injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 34ffaan dirree isaa Anfildi irratti Kiristaal Paalaas waliin kan taphate Liivarpuul galchii 3 fi 1 injifateera.
Tapha dursee taphatameen Fuulhaam Aston Viilaa galchii 1 fi 0’n injifachuun kan yaadatamudha.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Arseenaal Dursummaa Liigichaa deebifachuuf…
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Arseenaal dirree isaa irratti galgala sa’aatii 1:30 irratti Niwukaasil Yuunayitiid ni keessummeessa.
Baatiiwwan dheeraaf liigicha dursa kan ture kilabni Kaabaa…
Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesse
Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesseera.
Kilabichi leenjisicha kan gaggeesse bara faranjootaa 1912 booda yeroo jalqabaaf kilabichi galchii tokkollee osoo hin lakkoofsisiin walitti aansuun…
Chelsiin injifatamuu itti fufe
Finfinnee, Ebla 13, 2018(FMC) - Sagantaa taphaa pirimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Cheelsiin Biraayitaniin injifatameera.
Tapha halkan sa'aatii 4 irratti taphatameen Biraayitan galchiiwwan Kaadiyoogiloo, Hiinshelwud fi Weelbeek…
Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun…
Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurameera.
Murteewwan ijoo dabarsaman keessaa:
* Danbiin…
Tapha Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin ni taphata
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu
Guyyaa sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti ni…
Magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar injifate
Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Tapha CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar 2fi 0'n injifateera.
Tapha guyyaa sa'aatii 7 irraa eegalee taphatame kanaan Biiniyaam Fiqiruu…