Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii

Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame. Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan eegamus taphichi galchii 1 qixa xumurameera. Sababa kanaan Cheelsii sadarkaa 9ffaarra turuuf dirqameera
Read More...

Baayerni Muunik vs PSG…

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa olaantummaa shaampiyoonaa bara darbee PSG’n kan xumurame…