Ispoortii
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 ba’uun xumuran
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 5 Atileetoota dubartootaa gidduutti Chaayinaa magaalaa Shaangaayitti dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 4ffaa ba'uun xumuran.
Atileet Maqdas Alamisheet daqiiqaa 14 fi sekondii 36 xumuruun yoo injifattu, Atileet Ayyaal Daanyaachow 2ffaa, Lattasanbat Giday 3ffaa fi…
Read More...
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti fiigame injifate
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti dorgomame injifateera
Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaa qopheesse kana Yoomiif Qajeelchaan f daqiiqaa 13…
Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin riikkardii galmeessuun injifatte
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin Adizeerootti fiigame riikkardii galmeessuun injifatte.
Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaas qopheesse kana Atileet Madinaan daqiiqaa…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Weest Haam Liivarpuul waliin…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Weest Haam Liivarpuul waliin taphatuun eegalama.
Sa’aatii 11:00 irraa jalqabee Fuulhaam Kiristaal…
Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Sardiidota jedhamuun kan waamamu Leesister Siitiin Liidis…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taasiifamu…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegamaa jira.
Kilaboonni lamaan erga bara Faranjootaa…
Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture Olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurameera.
Dorgomicharratti, Hogganaan Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa Obbo Maatiyoos…