Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera. Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu hordofee garaagarummaan morkattoota isaa waliin qabu bal'ateera. Taphoota biroon Boornimaawuuz galchii 1 fi 0n Woolvis, Kiristaal Paalaas galchii 2 fi 0n…
Read More...