Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchisteer Yuunaayitiid vs Liivarpuul…

Finfinnee, Ebla 25, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan Maanchister Yuunaayitiid dirree isaa Ooltraafoorditti Liivarpuul ni keessummeesa. Tapha har’a Sa'aatii11:30 irratti taphatamuun, gama Maanchiister Yuunaayitidiin Maatiyaas Diilaayit miidhamaan, Lisaandiroo Maartiineez ammoo sababa addabbiin hin hirmaatan.…
Read More...

Arsenaal 3 – 0 Fuulhaam

Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) –Arsenaal Fuulhaam injifachuun garaagarummaa Maanchiister Siitii waliin qabu gara qabxii 6tti bal'ifate. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0'n…

Nageellee Arsii 0 – 0 Faasiil

Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphatameen Nageellee Arsiin Faasiil waliin qixa bahe. Taphni sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi…