Ispoortii
Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gadi buusuuf taphata
Finfinnee, Ebla 4, 2018(FBC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan galgala sa'aatii 12:30 irratti Cheelsiin dirree isaa Istaafoordi Biriij irratti Maanchister Siitii keessummeessa.
Liigichaan qabxiilee 61 walitti qabachuun sadarkaa 2ffaa irratti kan argamu Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii dursaa liigichaa Arsenaal…
Read More...
Arsenaal Boornimaawuuziin injifatame
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuziin injifatameera.
Boornimaawuuz galchii 2 fi 1'n Arsenaal injifateera.
Tapha kanaan Arsenaal dirree ofiirratti…
Har”a morkiin Arsenaal Boornimaawuuz waliin taasisu akkaan eegama
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaan morkiin Arsenaal Boornimaawuuz akkasuma Cheelsiin Maanchiister Siitii waliin taasisan akkaan eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 jalqabee Arsenaal…
Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa injifate
Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Tapha CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa galchii 2 fi 1’n injifateera.
Tapha sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatame…
Nageellee Arsii 1 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan taphni Nageellee Arsii fi Madin Itiyoophiyaa gidduutti taphatame qixaan xumuramee.
Nageellee Arsiin dursaa turus dhumarratti galchii keessummeessuun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti Nageellee Arsiin Madin Itiyoophiyaa waliin…
Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.
Gareen lamaanuu ga’umsa gadi aanaa agarsiisanis…