Ispoortii
Morkii kubbaa miilaa waraana fakkaatu tapha Eelkilaasikoo 250ffaa
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha Laaligaa Ispeen torbee 9ffaan Riyaal Maadiridii fi Baarseloonaan ijibbaata kubbaa miilaa Eelkilaasikoon walkeessummeessu.
Tapha hawwattummaan isaa addunyaa kubbaa miilaa booji'uu Eelkilaasikoon kilabootni lameen Laaligaa qofaan yeroo 250ffaaf wal morkatu.
Tapha Kooppaa Dilaaree fi kanneen biroo…
Read More...
Somaaliyaan Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii taate
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Tapha xumuraa har'a gaggeeffameen Somaaliyaan Sudaan Kibbaa goolii 3 fi 1n injifachuu Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii bara 2022 taateerti.
Taphoota sadarkaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan galgala har’aa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan tapha har’a galgala Bireentifoordii fi Biraayitan gidduutti taphatamuun eegalama.
Boru sa’aatii 8:30 eegalee Leesisteera Siitiin Kiristaal…
Arsenaal 3 – 2 Liivar Puul
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 10ffaa har'a eegamaa tureen…
Tapha Seekaafaan Sudaan Kibbaa Walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Tapha Kubbaa miilaa Giddu galaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 17 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffammaa jiruun Sudaan Kibbaa walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte.
Tapha guyyaa 7ffaa isaa…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a Beellamni Arseenaalii fi Liveerpuul ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimeerliigii Ingilaandi torbee10ffaan taphni har'a Arseenaalii fi Liveerpuul gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Kilabni Jargeen Kiloop Liveerpuul Arseenaal kilaba…
Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa Hoosaanaa milkaa’aniiru.
Guyyaa har’aa taphoonni piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa 2 waaree booda…