Ispoortii
Atileet Taayyee Girmaan dorgommii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Atileet Taayyee Girmaa qoricha si’eessituu qaamaa fudhachuusaatiin gosa dorgommii ispoortii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkamuu Abbaan Taayitaa Farra Sieessituu Ityoophiyaa beeksise.
Bu’aan atileetichi baatii Bitootessaa 28, 2013 irraa eegalee galmeessise akka haqamaniifi badhaasonni argate akka…
Read More...
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ityoophiyaa – Somaaliyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Somaaliyaa waliin ni taphata.
Gulaallii waancaa Seekaafaaf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa…
Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar Siitiin goolii 6 fi 3 xumurame.
Taphichaan…
Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw fiigicha maraaatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw dorgommii fiigicha maraaatoonii Ingiliz Landanitti gaggeeffamaa jiru injifatte.
Atileet Yaalamzarf dorgommicha sa’aatii 2fi daqiiqaa 17fi sekondii xumuruun injifatteetti.…
Tapha Darbii Maanchuriyaa 188ffaa har’a eegamu
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan kilabootni magaalaa Maanchistar, Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunayitid tapha miira masaanummaa jabaan har'a sa'a booda beellama qabu.
Tapha…
Taphni darbii Kaaba London olaantummaa Arseenaaliin goolabame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa kilaboota Kaaba London Arseenaaliifi Tootinaam gidduutti gaggeeffame Arseenaal injifachuun milkaa'eera.
Tapha miira masaanummaa jabaa qabu kana Arseenaal…
Beellama Arseenaalii fi Tootinaam 205ffaa
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha darbii Arseenaalii fi Tootinaamiin eegala.
Kilaboonni Kaaba London lameen kunneen gahumsa bara kana liigicha keessatti agarsiisaa jiran cinaatti…