Ispoortii
Pirimerliigiin Ingiliz torbee 9ffaan Arsenaaliifi Tootinhaam wal morkachiisa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)-Tapha pirimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan darbii Kaaba Landan Arsenaal fi Tootinhaam gidduutti morkiin taasifama.
Bara kana taphoota torba taasiseen ja'a injifachuun tokko injifatamuun kilachicha qabxii 18'tiin kan dursu Arsenaal darbii kaaba London Istaadiyemii isaa Imiret irratti Tootinhaamiin…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa biyyoota hirmaattota ‘CECAFA’ umrii 17 gadii Finfinnee galaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa biyyoota hirmaattota Mana Maree Kubbaa Miilaa Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa / 'CECAFA' umrii 17 gadii Finfinnee galuu eegalaniiru.
Biyyoota taphicharratti hirmaatan keessaa gareen…
Goototni waggoota 30 booda Ispeen Baarseloonaatti walargan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) - Bara Faranjootaa 1992 Olompikii Baarseloonaarratti fiigicha meetira kuma 10 dubartootaan Afrikaarraa meedaaliyaa Warqee kan argamsiisan Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Daraartuu…
Atileet Tigisti Asaffaa Maaraatoonii Barliin rikardii cabsite
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Fiigicha Maaraatoonii 48ffaa har’a Barliinitti gaggeeffame Atileet Tigisti Asaffaa rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatteetti.
Atileet Tigisti Sa’aatii 2 fi daqiiqaa 15 fi sekoondii 37’n galuun…
Kipichoogee Maaraatoonii Barliin rikardii cabsuun injifate
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Atileetiin Keeniyaa Iluud Kipichoogee fiigicha maaraatoonii Barliin rikardii ofii isaa cabsuun injifate.
Ragaan Atileetiksii Addunyaa akka argisiisuutti, Atileet Kipichoogeen fiigicha Maaraatoonii…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a ni taphata.
Taphni gulaallii marsaa jalqabaa…