Ispoortii
Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Deenimaark magaalaa Kooppanhaaganitti guyyaa har’aa gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa koorniyaa lameenuu milkaa’aniiru.
Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii dubartootaa Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileet Taadduu Tashoomaa sa’aatii 1fi daqiiqaa 6 fi sekondii…
Read More...
Siidinitti Fiigicha Maaraatooniin Atileetonni Ityoophiyaa olaantumman injifatan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Siidiniitti fiigicha maaraatoonii dubartootaan Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan injifatan.
Dorgommichaan Atileet Tigist Girmaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 25 fi sekoondii 10’n 1ffaan xumurteetti.…
Ramaddiin dorgommii Seekafaa (CECAFA) umrii 17 gadii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Ramaddiin tapha waancaa Seekafaa umrii 17 gadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Ramaddiin gulaallii waancichaa qopheessummaa Ityoophiyaan Fulbaana 20 hanga Onkoloolessa 5, 2015tti gaggeeffama.
Akkaataa…
Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaatee dheeresse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresseera.
Federeeshinichi waggoota lamaan darbaniif garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Guyyaan Bunaa Kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Guyyaan Bunaa sadarkaa biyyaatti bakka Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen argamanitti Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Guyyaan Bunaa kun Mata duree “Bunni keenya, waliin jireenyaa fi…
Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni 9 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni marsaa 2ffaa 9 ni taphatamu.
Taphoota gaggeeffaman keessaa taphni Maanchiistar Siitii fi Boorshiyaa Doortimandi, Riyaal Maadrid fi RB Leepizhiig…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu.
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaa har'a galgala gaggeeffamu 7…