Ispoortii
Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Shaampiyoonaa Umrii 17 gadii ta’an
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa shaampiyoonaa umrii 17 gadii naannoolee fi kilabootaa ta’aniiru.
Taphaa xumuraa naannolee gidduutti taphatameen naannoon Oromiyaa, Naannoo Kibbaa 2-0’n injifachuun shaampiyoona ta’eera.
Akkasumas, tapha shaampiyoonaa kilabootaan, Kilabnii Kibbaa Miilaa…
Read More...
Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera.
Goolii Bazzaabihi Mallayyoo daqiiqaa 93ffaarratti galcheen…
Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu.
Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda sa’aatii 8:30 jalqabee tapha Tootanhaam Hootispar…
Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera.
Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii marsaa jalqabaan…
Beellama Cheelsii fi Tootinaam Har’aa
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Tapha pirimeerliigii Ingilaandi bara waldorgommii 2022/23 torbee 2ffaan kilabootni Magaalaa London Cheelsii fi Tootinaam tapha darbiin walkeessummeessu.
Tapha darbii miira masaanummaan beellama kan…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan yoo injifatan,…
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandii torbee 2ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayitiid garaagarummaa goolii…
Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa fi beekamtii Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Afyaa’iin Mana Maree Federaashinii obbo Agganyaw Tashaagar, Ministirri…