Ispoortii
Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa fi beekamtii Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Afyaa’iin Mana Maree Federaashinii obbo Agganyaw Tashaagar, Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa, Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa…
Read More...
Jila Atileetiksii Ityoophiyaaf simannaan daandiirraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti sadarkaa 3ffaa bahuun xumureef simannaan daandiirraa gaggeeffamaa jira.
Jilichi guyyaa kaleessaa…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii galgala kana Finfinnee ni gala
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni gala jedhame.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii…
Fiigicha Daayimand Liigii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii eda Moonaakootti gaggeeffameen Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo injifateerti.
Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 daqiiqaa 9:06.19 xumuruun 1ffaa yoo…
Dorgommiin Suuppar Liigii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Konferedeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen gita isaanii FIFA waliin Suuppar Liigii Afrikaa ifoomsan.
Suuppar Liigii Kilaboota Afrikaa kanaaf badhaasni…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu,…
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu, Maanchiisteer Yuunaayitiid dirree isaarratti injifatameera.
Piriimayeer Liigii Ingilaandi…
Ityoophiyaa halkan tokkotti Meedaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 argatte
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Maadaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 injifatan.
Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota gidduutti…