Ispoortii
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har’a taphatameen Tootanihaamii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan Liivar Puul qixa ba’e
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har'a taphatameen Tootanihaamii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan, Liivar Puul qixa ba'eera.
Waaree booda taphni Fuulahaamii fi Liivar Puul gidduutti sa'aatii 8:30 irraa eegalee taphatamee goolii 2 qixaan xumurameera.
Tapha sa'aatii 11:00…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har’a dorgommiiwwan garaagaraa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fi cufiinsaa Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffamurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu.
Halkan Sa'aatii 6:00 irraa…
Fiigicha meetira kuma 3 Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Malkeenahi Azzazaa meetira kuma 3 1ffaa ba'uun Meedaaliyaa Warqee 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiise.…
Fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan har’aa gaggeeffamuun Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan kana gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu.
Fiigicha xumuraa…
Ityoophiyaan gahee gabaa Chaayinaa keessatti qabdu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan gabaa oonlaayiniin akaakuu oomishaalee gabaa Chaayinaaf dhiyeessitu dabaluun, gahee gabaa ishee keessatti qabdu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Embaasii Ityoophiyaa…
Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara 2022/23 har’a ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara taphaa 2022/23 har’a galgala ni eegala.
Primayer Liigichi har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegale tapha baniinsaa Kiristaal Paalaasii fi…
Ityoophiyaan Meedaaliyaa Meetii fi Naahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda fiiggameen Atleet Siimboo Alamayyoohu 2ffaa ba'uun meedaaliyaa Meetii, Atleet Masarat Yeshaanehi 3ffaan…