Ispoortii
Fiigicha gulaallii meetira 800 fi 1500 atileetonni Ityoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti gaggeeffamaa jiruun, fiigicha gulaallii meetira 800 fi 1500 atileetonni Ityoophiyaa xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii fiigicha gulaallii meetira 800 dhiirotaan atileet Eermiyaas Girmaa daqiiqaa 1 fi sekondii 48 fi maayikiroo sekondii 39…
Read More...
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraa fi gulaallii har’a gaggeeffamurratti ni eegamu
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraa fi gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti fiiggamuun ni eegamu.
Fiigicha xumuraa…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda gaggeeffameen Ityoophiyaan meedaaliyaa…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa meetira kuma 1 f 500 Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda Kolombiyaa Kaaliitti fiiggameen Atleet Eermiyaas Girmaa 2ffaa ba'uun Meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf…
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa har’a gaggeeffamurratti ni eegamu
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti fiiggamuun ni eegamu.
Fiigicha gulaallii…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu federeeshinichaa ifoomseera.
Federeeshinichi filannoo Pirezidaantiifi Koree hojii raawwachiistuu…
Dorgommii shaampiyoonichaan Ityoophiyaan Meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Kolombiyaa, Kaaliitti kan geggeeffamaa jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa…
Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Dorgommii…