Ispoortii
Tapha Kilaboota Darbii Laandan Cheelsii fi Arsenaal akkaan eegamu
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Darbii Laandaniin tapha Piriimiyer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Istaanfoordi Biriijitti taphni Cheelsiin Arsenaaliin keessummeessu hawwiin eegama.
Fageenya maayilii kudhan qofa Isteediyeemiiwwan addaan fagaatan kan qaban kilaboonni lamaan Sanbata galgala darbii Laandan 208’ffaa sa'aatii 01:30 irraa…
Read More...
Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesse
Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Roonaaldoo Juuniyeer garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesseera.
Roonaaldoo Juuniyeer yeroo itti aanu Akkaadaamii Al Naasiritti shaakala ni eegala jedhame.…
Neemaar midhama isa mudateen baatiwwan 8 -10 dirreerraa fagaachuu danda’a jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Biraaziil Neemaar Juuniiyer midhama isa mudateen baatiwwan 8-10 dirreerraa fagaachuu akka danda’u ibsameera.
Oduun kun Kilaba Saa’ud…
Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoon Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatoonii Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 4ffaa…
Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa…
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii 4-1 injifachuun marsaa itti aanutti darbe .
Tapha Gulaallii Waancaa…
Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hinditti dorgomame injifatte
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hindi, Delhiitti dorgomame injifatte.
Fageenyicha sa'aatii 1 fi daqiiqaa 7 fi sekoondii 59'n xumurteerti.
Atileetonni Yugaandaa fi Keeniyaa…
Bunni Itiyoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 1 fi 0n injifate
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Itiyoophiyaa tapha Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaa har’a taphate injifate.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen Bunni Itiyoophiyaa Dirre…