Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoophiyaa vs Maalaawwii…

Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa Idil Addunyaa ni taphatu. Har’a galgala sa’aatii 12:00 eegalee Istaadiyeemiii Dirre Dhawaatti taphatu. Waaliyaawwan Caamsaa 24, 2018 eegalanii taphichaaf qophii taasisaa turaniiru. #Oromia #Ethiopia
Read More...